''Obboloota kiyya laman dhabe" - lammiilee Itoophiyaa balaa bidiruu Jibuutiitti namoota 139 galaafaterraa hafan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 14 ساعة
Balaa bidiruu Jibuutii irraa gara Yaman imalaa turte mudaterraa lammiileen Itoophiyaa 82 baraaramuu dhaabbati dhimma godaantotaa idiladdunyaa- IOM ibseera.