Seenaa, adeemsafi caaseffama Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Itoophiyaa - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 13 ساعة
Gamoon Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Itoophiyaa Kiiloo Afur jiru siyaasa Itoophiyaa keessatti taatewwan heddu keessummeessera. Gamoo kana keessaa labsiiwwan garaa garaa heddu bahaniiru. Bakka waraanni itti labsame, araarri itti bu'e ta'eera.