Humnoonni TPLF Maqalee gadhiisanii bahuun gabaafame - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يوم
Humnoonni Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) magaalaa guddoo naannoo Tigraay, Maqalee gadhiisanii ba'uu isaanii gaazexeessitootaa fi jiraattota naannichaa eeruun burqaan oduu Faransaay AFPn gabaase.