'Gaaffiin Oromoo afaan qawweefi keettoo diinaa tahuun deebi'u kana booda abadan hin jiru' - MM Abiy - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 11 ساعة
Muummichi Ministeeraa Itoophiyaa Abiy Ahmed, ayyaana Irreechaa boru kabajamu ilaalchisee ergaa dabarseen, uummanni Itoophiyaa tokkummaa isaa cimsatee nagaa, araaraa fi obbolummaa dagaagfachuu akka qabu waamicha dhiheesse.