Obbo Awwal Aarbaan Pireezidaantii Naannoo Afaar ta’uun moggaafaman

fanabc.com
منذ 6 ساعات
Finfinnee, Fulbaana 22, 2019 (FMC) – Manni Maree Naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaa Pireezidaantii naannichaa taasisuun moggaasera.Irra deebiin Pireezidaantii naannichaa ta’uun kan moggaafaman obbo Awwal Aarbaan mana marichaa fuulduratti sirna kakuu raa