Finfinnee fi naannawaa isheetti har’aa eegalee Diroonii kamiiyyuu balaliisuuf eeyyamni hin kennamu – Tajaajilicha

fanabc.com
منذ 5 ساعات
Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 (FMC) – Finfinnee fi naannawaa isheetti har’aa eegalee Diroonii kamiiyyuu balaliisuuf eeyyamni hin kennamu jedhe Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa.Tajaajilichi itti fayyadama Diroonii fi qaamolee balali’an biro