WBOn tumsa hidhattootatti dabalamuun maaliif Oromoo mufachiise? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 9 ساعات
Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBOn) hidhattoota Itoophiyaa keessaa humnaan mootummaa MM Abiy Ahmad humnaan garagalchina jedhan waliin tumsa tolfachuu isaa hordofee hawaasa Oromoo heddu biraa mormiin isa mudateera.