Ameerikaan qoqqobbii sababa waraana Tigraayin Ertiraarra keessee turte kaaste - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Bulchiinsi Pirezidaant Donald Tiraamp qoqqobbii humna Ittisaa Ertiraa fi dhaabbilee biyyattii tokko tokkorra kaa'amee ture kaasuu beeksise. Murteen kun Jimaata, kaleessaa Fulbaana 18, 2026, Ameerikaadhan beeksifame.