Qaammeen 4, guyyaan daneessummaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira

fanabc.com
الآن
Finfinnee, Qaammee 4, 2018 (FMC) – Qaammeen 4, guyyaan daneessummaa sosochii Ispoortii fi dhimmoota hawaasummaa garaagaraan kabajamaa jira.Qaammee 4 guyyaan daneessummaa Magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti sosochii Ispoortii, qorannoo yaalaa