Finfinnee, Qaammee 3, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara kanaa har’a eegaluun morkiin Riyaal Maadriid Intermiilaan waliin taasisu ni eegama.Har’a taphoonni 6 kan taphataman yoo ta’uu halkan sa’aatii 4:00 jalqabee falmiin Riyaa