'Lammii Itoophiyaa jalqabaa addeessarra qubattu ta'uun barbaada' - Barattuu Beetaliheem - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 3 ساعات
Barattuu Beeteliyeem Zawuduu reefu barana barnoota kutaa 12ffaa Mana Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa damee Adaamaatti barattee xumurte.