UN waa'ee 'El Niinoo cimaa' yemmuu akeekkachiisu biyyoonnimmoo dhiibaa qaqqabuu danda'uuf qophaa'aa jiru - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 16 ساعة
Hammaachaa dhufuu El Niinoo hordofee addunyaan "naannoo balaa haala qilleensaa hammaataa" keessa seenuushee barreessaa Olaanaan Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii /UN/ Antooniyoo Guteerez akeekkachiisaniiru.