Qabxilee ijoo 5 murteen marii biyyaalessaa keessa darbuun Heeraafi Seera ta'u - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 47 دقيقة
Erga komishiiniin marii biyyaalessaa waan irratti waliigalame dhiyeessee booda adeemsi ittiin gara heeraafi seeratti jijjiiramu ijoon shan kan armaan gadiiti.