Itoophiyaan hidha dabalataa ijaarti taanaan nageenya bishaan keenya eeguuf qophiidha- Masirii - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 10 ساعات
Itoophiyaan lageen biyyashee, kanneen gara Abbaayitti yaa'an dabalatee, madda anniisaa elektirikiif akkasumas misooma biyyaaf itti fayyadamuu akka dandeessu wayita ibsitu, Masiriin komii dhiheessiteetti.