Sirna cufinsaa Marii Biyyaalessaarratti aanga'oonni maal jedhan? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 9 ساعات
Sirni cufinsaa Marii biyyaalessaa bakka hirmaattotni 4000 ta'aniifi keessummootni hedduun argamanitti yeroo gaggeeffamu mariin kun bu'ura badhaadhina Itoophiyaa ta'uun dubbatame.