Magaalaa guddoo Itoophiyaafi Oromiyaa kan taate Finfinneerratti maaf falmiin ka'a? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 8 ساعات
Finfinneen qaama Oromiyaa waan taateef, 'bulchiinsi ishees guutummaatti Oromiyaa jala galuu qaba' kan jedhu ejjannoo cimaa Oromiyaa irraa dhiyaatudha. Lakki, kan naannoo tokkoo qofa ta'uu hin qabdu, kan sabaafi sab-lammoota Itoophiyaa hudaa ta'uu qaba jechuun kan falmanis hedduudha.