'Ijoollee osoo hin hafne yeroo dhiirri daandiirratti akka horiitti dubartii filatu ija kootin arge' - Aadde Adaanach Abeebee - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
الآن
Giddugalli kaka'umsa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeetiin hundaa'e kun dubartoota rakkoolee hawaasummaafi diinagdeef saaxilaman simata.