Dinagdee cimaa ijaaruun mootummaa qofaan hin raawwatamu- Obbo Shimallis Abdiisaa

fanabc.com
منذ 22 ساعة
Finfinnee, Hagayya 6, 2018(FMC)- Dinagdee cimaa ijaaruun mootummaa qofaan hinraawwatamu jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.Obbo Shimallis Abdiisaa ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Riifoormiin ka