Mariin Biyyaalessaa waltajjii Itiyoophiyaanota bakka tokkotti walitti qabuudha – Jiraattota Magaalaa Finfinnee

fanabc.com
منذ 9 ساعات
Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) – Jiraattonni Magaalaa Finfinnee, mariin biyyaalessaa Itiyoophiyaanota bakka tokkotti walitti kan qabuufi waltajjii furmaataa ta’uu ibsan.Jiraattonni magaalichaa Faanaa Dijitaaliif yaada kennaniin, mariin biyyaalessaa