Haleellaan diroonii 'humnoota Tigraay irratti xiyyeeffate' gaggeeffamuu maddeen ibsan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 19 ساعة
Naannoo Tigraay Aanaa Raayyaa Allaamaaxatti haleellaan diroonii humnoota Tigraayirratti qiyyaafate gaggeeffammuu qondalonni naannichaafi humnoonni Tigraay irraa BBCn odeeffate.