“Oromoon ala tokkummaa Itiyoophiyaa eeguu fi dhugoomsuun hindanda’amu” – Dooktar Abiy Ahimad

fanabc.com
منذ 8 دقائق
Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC) - MinistIrri Muummee Dooktar Abiy Ahimad gumaacha ummanni Oromoo ijaarsa biyya Itioophiyaa keessatti bahate balinaan ibsuun, “Oromoon haaphee tokkummaa Itiyoophiyaati; Oromoon hin jiru taanaan Itioophiyaan hin jirtu” j