Mariin Biyyaalessaa dhimmoota waloo irratti waliigaltee uumaa jira – Hirmaattota

fanabc.com
منذ 3 ساعات
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dhimmoota waloo irratti waliigaltee uumaa jira jedhan mari'attoonni.Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Adoolessa 8, 2018 irraa eegalee itti fufiinsaan gaggeeffam