Hogganaan duraanii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Daandii Indiyaa hoogganuuf muudaman - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 15 ساعة
Hojii Gaggeessaan olaanaa duraanii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Obbo Tawoldee G/Maariyaam Daandii Qilleensa Indiyaa hoogganuuf muudaman.