Humnoota Puuntilaand fi waraana mootummaa Somaaliyaa gidduutti lolli cimaan gaggeeffame - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 7 دقائق
Humnoota Puuntlaandifi loltoota mootummaa Somaaliyaa wajjin hidhata qabu jedhaman gidduutti lolli cimaan dhalachuun gabaafame.