Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Umurii Waggaa 20 Gadii 21ffaan har’a jalqabama

fanabc.com
منذ 10 ساعات
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umurii waggaa 20 gadii marsaa 21ffaan har'a Ameerikaa, Oriigantti ni jalqabama.Shaampiyoonicharratti atileetonni 1,800 biyyoota 147 irraa dameewwan dorgommii 46'n ni hirmaatu