Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) –Biqiltuuwwan Kuduraafi muduraa kilaasteraan misoomaan jiruu fi jireenya qonnaan bultoonni jijjiiraa jiru jedhe Waajjirri Qonnaa Godina Arsii.Godina Arsii aanaalee heddu keessatti qonnaan bultoonni Biqiltuuwwan ny