Taphataan duraanii AC Milan Firaankoo Baareezii du’aan boqote

fanabc.com
منذ 10 ساعات
Finfinnee, Adooleessa 24, 2018 (FMC) – Taphataan duraanii kilabii AC Milan Firaankoo Baareezii, umurii waggaa 66tti addunyaa kanarraa du'aan boqoteera.Firaankoo Baareezii bara Faranjootaa 1982 irraa eegalee hanga 1994tti garee kubbaa miilaa biyyaales