Jijjiiramaan as inisheetiiviiwwan mootummaan ida’amuu hojiirra oolchee bu’aa qabatamaa galmeessisaa jiran keessaa sagantaan ashaaraa magariisaa adda durummaan ka’a.Bu’aa sagantaan kun argamsiiseen Itiyoophiyaan sadarkaa idil-addunyaatti beekamtiifi b