'Lammiileen Itoophiyaa fi Keeniyaa gowwomfamanii Eeshiyaa cehan networkii yakkaa keessatti dararamaa jiru' -IOM - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 13 ساعة
Lammiileen Keeniyaa fi Itoophiyaa hojii barbaacha dallaalotaan gowwoomfamanii gara Eeshiyaa godaanan dabalaa jiru. Lammiileen kunneen mooraa gowwoomsaan oonlaayinii itti gaggeeffamutti naqamanii gowwoomsa oonlaayiniirratti akka hirmaatan dirqisiifamu akka gabaasa Dhaabbata Godaantotaa UN (IOM) akeekkachiise.