Sirna fayyaa Afrikaa dandeettii ofii kenyaan yeroo ijaaruu dandeenyurratti argamna- Obbo Tamasgeen Xurunaa

fanabc.com
منذ 16 دقيقة
Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC)- Sirna fayyaa Afrikaa dandeettii ofii kenyaan yeroo ijaaruu dandeenyurratti argamna jedhan Ittaanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaa.Obbo Tamasgeen Xurunaan gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, Yaa’ii ariif