Imalli Alii Ahimad cimina hojii, dandeettii gabbisuufi of-kennuun kan ijaaramedha – Pir. Shimallis Abdiisaa

fanabc.com
منذ 19 ساعة
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan taphataan Garee Kubbaa Miilaa Kaanaadaa Alii Ahimad waliin mari’anneera jedhan.Har'a Alii Ahmad, ilma keenya, miseensa garee kubbaa miilaa biyya