Mootummaan tarkaanfii humnaa fudhatus hidhattoonni maaliif hin dhabaman? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 11 ساعة
Ogeessa seeraa idiladdunyaa fi dippiloomaatii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii kan ta'an Obbo Baayyisaa Waaqwayyaa ''hanga gaaffiinsaanii ganamaa furamutti sochiin hidhattootaa dhaabbachuu hin danda'u,'' jedhan.