Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Iraan waliin ture 'dhumateeraaf' - Tiraamp - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 6 ساعات
Pirezidantiin Ameerikaa Donaald Tiraamp waliigalteen dhukaasa dhaabuu US fi Iraan gidduu jiru ''akkan yaadutti dhumateeraaf'' jedhan.