Sirna fayyaa haqa qabeessaa fi cimaa ijaaruuf dhaabbilee barnoota fayyaa waliin qindoominaan hojjetamaa jira – Dooktar Maqdas Dhaabaa

fanabc.com
منذ 4 ساعات
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC) -Itiyoopjiyaa keessatti milkaa'ina sirna fayyaa haqa qabeessaa fi cimaa ijaaruuf dhaabbilee barnoota fayyaa waliin qindoominaan hojjetamaa jira jedhan Minisitiirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa.Yaa'iin Barnoota Y