Finfinnee,Waxabajjii 29, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulultaatti dhaabbiin biqiltuu Ashaaraa Magarisaa gaggeeffameera.Akka Kutaa magaalichaatti biqiltuuwwan akaakuu garaagaraa miiliyoona 1.1 Lafa heektara 150 irra dhaabuuf