Biyyi kan ijaaramtu duuba ilaaluun osoo hin taane fuulduratti imaluuni.Seeneessi waloon xinsammuu ummataa falmii seenaa siyaasaa keessaa baasuun gara mul’ata walootti qajeelcha.Olaantummaa seenessa waloo mirkaneessuun biyya cimtuu fulla'insaan ijaaru