Jilli hawaasa dippiloomaasii Laallibalaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaan

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Jilli Hawaasa Dippiloomaasii teessoo isaanii Magaalaa Finfinnee taasifatan Magaalaa Laallibalaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaaniiru.Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa fi itti gaafatamtoonni dhaabbilee