Finfinnee, Waxabajjii 17, 2018 (FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Magaalaa Finfinneef 10 fi 11ffaa kan ta’e tajaajila giddugala tokkoo haaraa lama eebbisuun hojii eegalchiisaniiru.Aadde Adaanech wayita kanatti akk