Itiyoophiyaan filannoo waliigalaa 7ffaa milkaa’inaan gaggeessuu Raashiyaan dinqisiifatte

fanabc.com
منذ 14 ساعة
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan filannoo waliigalaa 7ffaa karaa nagaafi diimookiraatawaa ta’een milkaa’inaan gaggeessuu Raashiyaan dinqisiifatteerti.Ministeerri Dhimma Alaa Raashiyaa ibsa baaseen, Paartiin Badhaadhinaa teessoo Mana