'Obboleessi koo qalqalloo ruuzii keessa dhokatee miliqe' - Baqattoota Waancaa Addunyaarratti ifaa jiran - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 11 ساعة
Garee kubbaa miilaa Jarmanii waliin hirmaataa kan jiru Antoonii Rudigar tapha Jarman 7-1 Curacao injifatterratti jijjiiramee gaafa galu maatiinsaa Afrikaa jiran isa karaa fooddaa TV isa ilaalanii akka itti boonan dhakkii hin qabu.