Itoophiyaatti gurbaan lukkuusaa dhukkubsatte hospitaala geessee ijoo dubbii ta'e kennaa argate - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Gurbaan ol adeemaa maqaan isaa Maaqos Abbaayyee jedhamuufi lukkuun isaa tibba kana ijoo dubbii miidiyaa hawaasaa ta'aniiru.