Finfinnee, Waxabajjii 6, 2018 (FMC)- Dhaabbiileen Fayyaa Waggoota muraasa darban keessa Finfinnee keessatti ijaaramanii fi haaromfaman, tajaajila fayyaa ammayyeessuun dandeettii damee fayyaa guddisuu bira darbee, magaalattii giddugala tuuriizimii fay