Bernaardoo Siilvaan Riyaa Maadriidiif mallatteesse

fanabc.com
منذ 34 دقيقة
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Lammiin Poorchugaal taphataan sarara gidduu Bernaardoo Siilvaan Riyaa Maadriidiif mallatteesseera.Waggoottaan darban Maanchister Siitii keessatti yeroo gaarii kan dabarse Bernaardoo Siilvaan jijjiirraa bilisaan