Finfinnee, Bitootessa 16, 2018 (FMC)- Qonna Arfaasaa bara kanaan lafa heektaara miiliyoona 1 fi kuma 900 misoomsuuf karoorfameera jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa.Mootummaan damee qonnaa haaromsuufi rifoormiiwwan garaa garaa hojiirra oolchuun sirna oomi