Finfinneen jireenya magaalummaa Afrikaa ammayyeessuu keessatti ashaaraa kaa’aa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

fanabc.com
منذ 9 ساعات
Finfinnee, Bitootessa 16, 2018 (FMC)- Finfinneen jireenya magaalummaa Afrikaa ammayyeessuu keessatti ashaaraa kaa’aa jirti jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.Fooramiin jalqabaa Itiyoo- Xaaliyaanii damee Ijaarsaa,