Mootummaan amantaalee hunda qixaan keessummeessa – Kantibaa Adaanech Abeebee

fanabc.com
منذ 9 ساعات
Finfinnee, Bitooteessa 8, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hoggantoota mana Amantaa Kiristaanaa warra wangeelaa, Kaatolikii fi Adveentistii waliin mari’ataniiru.Aadde Adaanech Abeebeen ergaa miidiyaa hawaasummaa isaan