Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa irratti hirmaachuuf kaardii filannoo fudhannee qophoofneerra – Jiraattota Godina Shawaa Lixaa

fanabc.com
منذ 9 ساعات
Finfinnee, Bitooteessa 8, 2018 (FMC) - Filannoo waliigalaa,marsaa 7ffaa bara kana gaggeeffamu irratti dammaqinaan hirmaachuuf kan nu dandeessisu kaardii filattootaa fudhanneerra jedhan jiraattonni Godina Shawaa Lixaa.Boordiin Filannoo Biyyaalessaa fi