Hojimaatonni boba’aa seeraan fayyadamuu dandeessisan sirnaan akka hojiirra oolan gaafatame

fanabc.com
منذ 13 ساعة
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018(FMC) - Jeequmsa Baha Giddugaleessaa keessatti uumameen walqabatee hojimatonni boba'aa itti gaafatamummaan fayyadamuuf dandeessisan sirnaan akka hojiirra oolan Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii akeekkachiiseera.Mini