Pirezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud balaa Godina Gaamootti mudateen gaddi itti dhagahamuu ibsan

fanabc.com
منذ ساعة
Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC)- Pirezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud balaa sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamootti mudateen lubbuu lammiilee darbee fi miidhamaniin gaddi itti dhagahamuu ibsaniiru.#Oromia #EthiopiaOd