Mootummaan Kuweet balaa sigiga lafaa Godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuun isaanii darbeef gadda itti dhagahame ibse

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC) – Mootummaan Kuweet balaa sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuun isaanii darbeef gadda itti dhagahame ibseera.Ministeerri Dhimma Alaa Kuweet ibsa gaddaa dabarseen maati